score
float32 1.04
1.25
| Kimbundu
stringlengths 9
358
| Oromo
stringlengths 10
495
|
---|---|---|
1.248758 |
Eme ngi batizala ni menha, muene-phe ua kà mi batizala ni nzumbi ikola.'
|
8 Ani bishaaniinan isin cuu phe; inni garuu hafuura qulqulluudhaan isin in cuupha" jedhee labse.
|
1.245512 |
Muéne ua bhange o diulu, o ixi ni ibhangelu ioso.
|
Samiifi lafa kan uume Maagenoodha.
|
1.242718 |
Maji o sobha uambela Daniiele: 'Nga kinga kuma o Nzambi iê, i ua sidivila a ku bhulule.'
|
Waaqayyo Dawwitiif "Sanyii kee keessa teessoo mootummaa keerraa naan kaa'a" jedhee dhugumatti ni dubbate, ittis hin gabbu.
|
1.241648 |
Ki utuminu uoso-uoso kana.
|
Mootummaa qofti waan hundumaa ta'uu hin danda'u.
|
1.239771 |
11 O ima Davidi ka tenene ku i bhanga: Davidi kexile ni kutena kua kujima o ima iaiibha ia bhangele.
|
11 Wanta Daawit gochuu hin dandeenye: Daawit wanta raawwate duubatti deebisuu hin dandaʼu ture.
|
1.239653 |
"Nga-nda ku ta unguma bhu kaxi ké eie ni muhatu, ni bhu kaxi ka mbutu ié-eie ni mbutu iê-muène; muéne ua kà ku bula o mutué, eie ua kà mu numata o kasende."
|
Si'iifi dubartiittii gidduutti, sanyii kee fi sanyii ishee gidduutti diinummaa nan taasisa.
|
1.239302 |
Muene uambe: "O jimbongo ja Nzambi kuvula kuahi!
|
"Badhaadhummaann araara Waaqayyoo ammam guddata!
|
1.236945 |
Nga sanguluka ku ku mona dingi.
|
Anillee si arguukootti gammadeera.
|
1.235802 |
Ihi ki tu tokala o kubhanga ni ufolo ua tu bhana Nzambi?
|
Mirga filannoo keenya matumaa maal gochuu hin qabnu?
|
1.234877 |
O ka ia nui o Wailua - ,
|
Ruunna way cabbayaan
|
1.232974 |
Muéne ua bhange o diulu, o ixi ni ibhangelu ioso.
|
Isa samiidhaa fi Dachee uumee ammas wantoota isaan gidduu jiran cufa uumee dha.
|
1.232591 |
Nanhi o Muthu Ua Beta o Kota ku Muenhu Ué?
|
Jireenya kee irratti kan jalqaba dhiibbaa guddaa uumu eenyu?
|
1.231758 |
Kiki Kiene o Kididi Kietu Kia Ubhezelu
|
Ehema hoyaganna baa.
|
1.230204 |
Mukonda Dyahi Nzambi Wehela o Hadi?
|
Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame?
|
1.226195 |
"E diambu diaku i mwinda wa tambi yame, yo ntemo a nzila zame."
|
"Dubbiin kee miilla kootiif ibsaadha, daandii koo irrattis in ifa.
|
1.225371 |
Mozé ua soneka: "[Jihova] . . . kioso milundu kiluua a i vuala ni mavu ni ixi kiluua u i umba, tundé xahulu katé ku hádia eie Nzambi u nangenena."
|
"Museenis, Waaqayyoon kan filatame ykn qulqullaa'e Aroonis naannootti isaan irratti dubbatan ykn mufatan, Laftis ni banamte Daataan ni liqimsite, Warra Abeeroonis ni ukkaamsite" Faar.
|
1.225306 |
12 Xinganeka kuila, eie ua bhana ujitu ua katunda kua kamba dié dia kazola.
|
12 Michuu keetiif kennaa gatii guddaa qabu tokko kennite haa jennu.
|
1.223455 |
Muéne uambe, 'O sobha, muéne ua solo ioso i mua tokala kudia ni kunuá.'
|
Kanaafi, 'Sababa Kiyyaaf fedhii foonii, nyaata fi dhugaati dhiise.
|
1.22341 |
Tu mone o phangu ia Noué, Davidi, ni jiselevende ja mukuá ja Nzambi, ja dielele kua Jihova.
|
Mee gama kanaan, fakkeenya Nohi, Daawitii fi tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan kaan warra Yihowaatti amanamanii fi tarkaanfii sirrii fudhatanii irraa barumsa maalii akka argannu haa ilaallu.
|
1.22011 |
O Kuila ua Tokala ku Lungulula o Kibanzelu Kiê?
|
Yaada kee jijjiiruu ni dandeessa?
|
1.217427 |
Ihi ya bhiti kyoso Solomá kya kambe kwívwa o itendelesu ya Jihova?
|
Wash shalaatu wassalaamu'alaa rasuulillaaahi shallallaahu 'alaihi wa sallama.
|
1.2161 |
"Maka mé kandeia ka inama iami, u ngi muikina mu njila."
|
"Dubbiin kee miilla kootiif ibsaadha, daandii koo irrattis in ifa.
|
1.215457 |
Jimbulula o ibhidi ia bhitile na-iu Noué.
|
Haala Nohi keessa ture ibsi.
|
1.213847 |
Muene ka te dingi kituxi kia dikota.
|
Cubbuuwwan ciccimoo taʼan sana matumaa irra deebiʼee hin raawwanne.
|
1.212916 |
'Eie ua Beta ku Ngi zola Eme, o Ima Iii Ndenge?'
|
"Ati qofa isa caalaa na jaalattaa?" jedheen.
|
1.212028 |
Musoso 22: Zuze a mu Takula mu Kaleia
|
Seenaa 22: Yoseef Mana Hidhaa Gale
|
1.211117 |
Kwebhi Kwa Lungila o Mesu mé?
|
Ija kees yooman arga laata?
|
1.210962 |
O ka ia nui o Wailua - ,
|
⦁ Adaa cabbirkooda koobay!
|
1.210711 |
Kyoso Satana kya tange kwila Nzambi wa kexile mwa swekela kima kya dikota - o uhete wa kusola ene mudyá o ima ya yuka mu yiyi ya ibha.
|
Addaami fi Hewaan Waaqayyoof akka hin ajajamne seexanni isaan ni qore; isaanis qorumsa isaatti ni kufan.
|
1.208293 |
U kale mu samba, ku a diondela ene; Tat 'etu u ku ivua o musambu uê.
|
Abbaan kee inni wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaa argu immoo gatii siif in kenna."
|
1.20751 |
Mozé uambe: 'Ki mu kale ngó ni uôma.
|
Ayuu yidhi Muuse Biixi Cabdi.
|
1.20751 |
Mozé uambe: 'Ki mu kale ngó ni uôma.
|
Ayuu yidhi Muuse Biixi cabdi.
|
1.206576 |
Os kudi nu bhulne da,
|
Ditti banan nu gaani ae,
|
1.206295 |
(1) O anju iambe: "Lelu, mu sanzala ia Davidi, a mi vualela-mu Kibhamuenhu, muène Kristu, muène Ngana."
|
"Hin sodaatinaa! [...] saba hundumaaf kan ta'uu, mandara Daawititti Fayyisaan isiniif dhalateera, inni immoo kristos gooftaa dha" Lk.
|
1.205654 |
14 Ihi i tu longa o phangu ia Davidi?
|
14 Fakkeenya Daawit irraa maal barachuu dandeenya?
|
1.203316 |
Mozé uambe: 'Ki mu kale ngó ni uôma.
|
sidhu moose wala kali gaddi,
|
1.202855 |
Musoso 95: Kiebhi Jezú Kia Kexile Mu Longa
|
Seenaa 95: Akkaataa Yesus Itti Barsiise
|
1.202621 |
Muéne uambe: 'I nga mu tanga ngi i tendela kiebhi, sé muthu ku ngi jimbulula-iu?"
|
Namichi ammoo 'utuu namni anaaf hin ibsin attamittiinan hubachuu danda'aa? jedhee deebise.
|
1.202433 |
"Bhu bhita ngó kathangana, mukwa phulu-ó ubhwa athu ku mesu; u tala kyambote, bhu kididi kyê kala-bhu dingi.
|
Namni haqaaf dhaabbatu yeroof malee isumatu moo'a.
|
1.202078 |
Mu kusukáko, muéne uixi: 'Eme ngi Zuze.
|
Ayuu yidhi Liibaan Cismaan Yuusuf.
|
1.201782 |
Tat'ê uexile mukua Ngelexia, manh'â uexile mukua Judá.
|
Abbaan isaa nama Girikii yemmuu ta'u, haati isaa garuu Yihuudii turte.
|
1.201282 |
Jiphaxi - O kwila kaxtiku ka Nzambi?
|
Rakkinni Adabii Waaqayyootti?
|
1.201235 |
O hadi ia lelu ia soko ni kizuua kiê."
|
Abiyyiinis guyyaa guyyaan dogoggorsiisaa oolu."
|
1.199932 |
Musoso 59: Mukonda Diahi Davidi Ua Lenge
|
Seenaa 59: Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
|
1.199516 |
17 O phangu iamukuá, o phangu ia mutudi ua ngadiama mu izuua ia Jezú.
|
17 Dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee fi bara Yesuusitti turtes yaadaa.
|
1.199128 |
10 O ku di tulula, ku tena ku tu kuatekesa ku "tolola o phulu ni mbote."
|
10 Kana malees, gad of deebisuun 'hamaa gaariidhaan moʼuu keenya itti fufuuf' nu gargaaruu dandaʼa.
|
1.197997 |
Mozé ua soneka: "[Jihova] . . . kioso milundu kiluua a i vuala ni mavu ni ixi kiluua u i umba, tundé xahulu katé ku hádia eie Nzambi u nangenena."
|
Kanas Waaqayyo Museedhaan "Namni kamiyyuu Cubbuu du'aan isa gahu yoo hojjete, akka du'us yoo irratti murteeffame, mukaa irrattis yoo fannifame, muka irratti kan fannifame Waaqayyo biratti kan abaarame waan ta'eef reenfi isaa muka irra hin buliin" jechuudhaan itti himeera.
|
1.197702 |
Kuma o kuiuka ku kala kiebhi mu kisangela ni kubhengalala?
|
Qajeelinnii fi jal'inni maal walitti qabuu?
|
1.197474 |
Kuambe dingi enu-phe katé ni jindemba ku mítue ienu a ji'aleka.
|
Isin garuu rifeensi mataa keessanii cuftinuu lakkaa'amaa dha.
|
1.197282 |
Mu suluka muene ua bandekesa: "Nda mu mone kutululuka . . .
|
Jettu isinuu" jedhee "nagaatti" jedhee, galuuf ka'e.
|
1.197245 |
Jimbulula o maka a bhitile nau Davidi.
|
Haala Daawit keessa ture ibsi.
|
1.197206 |
Ene kexile ni kixikanu.
|
Amanansi amanuu baatanis waanti tahe kanadha.
|
1.196619 |
Mozé ua tuluka iu ua tangela akua Izalaiele ioso ia zuelele Jihova.
|
Mose ileep izi loloz Sinai daaba, ve Yoova isaav pani pa balbaal patabuyaaŋ tau i ighe yes Israela tigharaata na.
|
1.196013 |
Eie u Tena ku di Tulula, né Muene mu Ithangana ia Bhonzo
|
Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
|
1.195903 |
Tu tena kuijiia o kidi kiki, mu kumona kiebhi Nzambi kia di bhanene ni kifuxi kia Izalaiele.
|
Kanas akkaataa Waaqayyo saba Israaʼel itti qabe irraa hubachuun ni dandaʼama.
|
1.1955 |
Kiebhi ki u mona o ujitu ua kusola o ima?
|
Mirga filannoo akkamitti ilaalta?
|
1.195497 |
12 Kuma tu akua ituxi, etu enioso tu bhanga ima iaiibha.
|
12 Mudaa kan qabnu waan taaneef, hundi keenya cubbuu ni raawwanna.
|
1.19494 |
O jiiphan pharo,
|
Ahkko Faroo
|
1.194869 |
(1 Nzuá 2:17) Sumbala tua mu kingila o kithangana kiki, etu ki tu tena kujijidika o athu kuxikina o 'njimbu iambote ia Utuminu.'
|
2:17) Hanga yeroo sanaatti garuu, namoonni 'misiraachoo Mootummichaa' akka fudhatan dirqisiisuu hin dandeenyu.
|
1.194776 |
Musoso 16: Izake ua Sange Muhatu ua Mbote
|
Seenaa 16: Yisihaq Haadha Manaa Gaarii Argate
|
1.194769 |
Twa tokala kuzola Nzambi ni akwetu.
|
Waaqayyoo fi olloota keenya jaallachuutu nurra jira.
|
1.194635 |
Ihi ya bhiti kyoso Solomá kya kambe kwívwa o itendelesu ya Jihova?
|
YAA RASOOLALLAAH (sallaa alaika wa sallama) ka na'araa lagaate jaaenge.
|
1.194338 |
Mu kiki Ezekiia ua a tangela, uixi: 'Ki mu kale ni uôma.
|
Sidaa ayuu yidhi Boqor Cabdikariin Cali Garaad.
|
1.193123 |
Satanaji njinda ia mu kuata, iu ua mateka ku bheka ibhidi iavulu mu ixi.
|
Qaala yaa ibliisu maa mana'aka an tasjuda limaa khalaqtu biyadai-ya astakbarta am kunta minal 'aaliin (a);
|
1.193014 |
"Dielela Kua Jihova, Enda ni Kubhanga o Mbote"
|
"Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu"
|
1.192914 |
Mukonda diahi o phangu ia mutudi ua ngadiama, i tu suinisa?
|
Fakkeenyi dubartii hiyyeettii abbaan manaa irraa duʼee kan nama jajjabeessu akkamitti?
|
1.19284 |
'O Njimbu íii Iambote ia Utuminu ua Nzambi, ia bhingi ku i tula mu ngongo ioso.' - Matesu 24:14.
|
"Misiraachoon Mootummaa kun guutummaa lafaa irratti ni lallabama." - Maatewos 24:14.
|
1.192814 |
Sur bhi kafir taal bhi kafir,
|
naamwoord kafir kafirs
|
1.192659 |
O kuila uene mu sola o ima i ua tokala o kubhanga, inga u kinga kuila, akuenu a bhanga kiki bhu kididi kié?
|
Murtoo mataa kee gochuu moo warri kaan akka siif murteessan filachuu barbaadda?
|
1.192226 |
Kuma Nzambi uambe uixi: Eme nuka nga kà mi xisa, ki nga kà mi ehelela ue, kana.
|
Waaqayyo 'ani matumaa si hin dadhabu, si hin buusus jedheera.
|
1.192182 |
'O Njimbu íii Iambote ia Utuminu ua Nzambi, ia bhingi ku i tula mu ngongo ioso.' - Matesu 24:14.
|
"Wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama." - Maatewos 24:14.
|
1.192092 |
Bhi copyright ayega kya
|
Mirgi hundi eegamaa dha
|
1.191896 |
Ki kua-nda kala dingi ita.
|
Sabni qabsoo dhaabu hin jiraatu.
|
1.191848 |
Muéne uambela Mozé: 'Tumina atuameni a madiembu a akua Izalaiele a bheke o mbangala jâ.
|
"Waaqayyo Museetti akkas jedhee itti dubbate, kennaa akka naaf fidaniif ijoollee Israa'eelitti dubbadhu.
|
1.191705 |
(1 Samuuele 1:9-11) Íii phangu iambote phala etu!
|
1:9-11) Fakkeenya gaarii nuuf taati mitii ree?
|
1.191258 |
Mu veji dia kuxinganeka mu ima ki u tena ku i bhanga, suua o ima i u tena kubhanga."* - Tala ku luiji.
|
Wanta gochuu hin dandeenye irratti utuu hin taʼin, wanta gochuu dandeessan irratti xiyyeeffadhaa."*
|
1.191253 |
N.° 3 2018 _ O kwila Nzambi Wene mu Kulanga?
|
3 2018 _ Waaqayyo Siif ni Yaadaa?
|
1.190841 |
Os kudi nu bhulne da,
|
Soora keenna kan guyyuma guyyaan nu barbaachisu hardha nu kenni.
|
1.190451 |
Kiebhi ki tu tena kulondekesa kuila, tu xila o ima i sola akuetu?
|
Murtoo warri kaan godhan akka kabajnu kan argisiisnu akkamitti?
|
1.190418 |
Muéne ua mu ixana: 'Mbalahamu!'
|
Ayuu yidhi Maamule Mahad Ibraahim.
|
1.190393 |
Os kudi nu bhulne da,
|
Ya woꞌꞌa lafañaa an:
|
1.189989 |
Satanaji njinda ia mu kuata, iu ua mateka ku bheka ibhidi iavulu mu ixi.
|
Sana boodas Ibliis (seexana) addaam fuul duratti akka sagadu ajaje.
|
1.189722 |
Tata iebhi mu dienu se mon'ê u mu bhinga mbolo, u mu bhana ditadi?
|
Isin keessaa nama attamiitu ilmi isaa buddeena yoo isa kadhate, dhagaa kennaafii ree?
|
1.189614 |
Kuma o kuiuka ku kala kiebhi mu kisangela ni kubhengalala?
|
Qajeelinnii fi jal'innni maal walittii qabaa?
|
1.189598 |
Ene kiiadi kiâ anga a kala xitu imoxi."
|
Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.
|
1.189406 |
mu ku ambulula?
|
tajaa zilajaa?
|
1.188785 |
Iku sebe o mu elo.
|
Bubbuullee waan arguuf jirrutu jira.
|
1.188742 |
8 O ima Noué ia tenene ku i bhanga: Mu veji dia ku bhuila mukonda dia ima ka tenene ku i bhanga, Noué ua solo kusuua o ima ia tenene kubhanga.
|
8 Wanta Nohi gochuu dandaʼu: Nohi wanta gochuu hin dandeenyetti abdii kutatee taaʼuu mannaa, wanta gochuu dandaʼu irratti xiyyeeffateera.
|
1.188662 |
Mukonda dia kiki, Mozé uambe: "Tu ikutise mu kimene ni kiadi kié; phala tu sanzuke, tu sanguluke jinge izuua ioso ia muenhu uetu."
|
Nabi Muhammad akki je'e: (namni salaata keenya salaate , kan qiblaa keenyatti gara gale, kan waan nutti qalle nyaate, inni islaama qabaa, waan nuti qabnu ,qaba.
|
1.188454 |
O KUILA eie u munzangala?
|
Ashamaa yaa biyyaa, jirtuu?
|
1.187251 |
Kana Kuehela o Henda ié Kuzonda
|
Jaalalli Keessan Akka Qabbanaaʼu hin Heyyaminaa
|
1.187006 |
Falaó uambela Mozé: 'Eie ni mundu ué ndenu kiá.
|
"Waaqayyo immoo Museedhaan, 'Mootichi [Fariyoon] harka koo isa jabaadhaan qabamee waan isaan [saba Waaqayyoo] gad dhiisuuf, inni biyya isaa keessaa iyyuu oofee akka isin baasuuf, amma irree koo isa cimaadhaan waanan isa irratti hojjedhu arguuf jirta.' jedhe."
|
1.186931 |
Mu ku mona mu m'tsamina,
|
Ishiis laga arke ushiisaa lagu tumaa
|
1.186915 |
Maji o sobha uambela Daniiele: 'Nga kinga kuma o Nzambi iê, i ua sidivila a ku bhulule.'
|
Aduun hoo hin jiru maalif diriirfama? yoo jedhame; fakkeenyummaan isaa akkasidha:- Raajichi Waaqayyoo Daawwit "Maaloo gaaddidduu koochoowwan keetiin na golgi!" fakkeenya kanaati.
|
1.186717 |
Kiebhi o kibatulu kia muvu ua 2018?
|
Waraqaa filannoo 2018 irra maaltu jira?
|
1.186711 |
O velusu ia 19, i zuela kuila, Nzambi ua tumina akua Izalaiele kusola kima.
|
Lakkoofsi 19, filannoo Waaqayyo Israaʼelootaaf dhiheessee ture ibsa.
|
1.185843 |
Eie u Tena ku di Tulula, né Muene mu Ithangana ia Bhonzo
|
Qorumsa Keessatti Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
|
1.185693 |
Ihi ya bhiti kyoso Solomá kya kambe kwívwa o itendelesu ya Jihova?
|
Bismillaahi wa'ala sunnati rasuulillaahi shallallaahu 'alaihi wasallama.
|
1.185454 |
Jinguma jê wa-nda ji bwikisa,
|
Oo cadaawayaashiisuna ciidday leefleefi doonaan.
|
1.184667 |
Tu tena kusola kima, maji ki tu tokala ku jijidika akuetu kubhanga o kima ki tua solo (Tala o kaxi 15)
|
Warri kaan ilaalcha keenya akka fudhatan utuu hin dirqisiisin murtoo gochuu dandeenya (Keeyyata 15 ilaali)
|
Kimbundu-Oromo_Sentence-Pairs Dataset
This dataset contains sentence pairs for African languages along with similarity scores. It can be used for machine translation, sentence alignment, or other natural language processing tasks.
This dataset is based on the NLLBv1 dataset, published on OPUS under an open-source initiative led by META. You can find more information here: OPUS - NLLB-v1
Metadata
- File Name: Kimbundu-Oromo_Sentence-Pairs
- Number of Rows: 34479
- Number of Columns: 3
- Columns: score, Kimbundu, Oromo
Dataset Description
The dataset contains sentence pairs in African languages with an associated similarity score. Each row consists of three columns:
score
: The similarity score between the two sentences (range from 0 to 1).Kimbundu
: The first sentence in the pair (language 1).Oromo
: The second sentence in the pair (language 2).
This dataset is intended for use in training and evaluating machine learning models for tasks like translation, sentence similarity, and cross-lingual transfer learning.
References
Below are papers related to how the data was collected and used in various multilingual and cross-lingual applications:
[1] Holger Schwenk and Matthijs Douze, Learning Joint Multilingual Sentence Representations with Neural Machine Translation, ACL workshop on Representation Learning for NLP, 2017
[2] Holger Schwenk and Xian Li, A Corpus for Multilingual Document Classification in Eight Languages, LREC, pages 3548-3551, 2018.
[3] Holger Schwenk, Filtering and Mining Parallel Data in a Joint Multilingual Space ACL, July 2018
[4] Alexis Conneau, Guillaume Lample, Ruty Rinott, Adina Williams, Samuel R. Bowman, Holger Schwenk and Veselin Stoyanov, XNLI: Cross-lingual Sentence Understanding through Inference, EMNLP, 2018.
[5] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Margin-based Parallel Corpus Mining with Multilingual Sentence Embeddings arXiv, Nov 3 2018.
[6] Mikel Artetxe and Holger Schwenk, Massively Multilingual Sentence Embeddings for Zero-Shot Cross-Lingual Transfer and Beyond arXiv, Dec 26 2018.
[7] Holger Schwenk, Vishrav Chaudhary, Shuo Sun, Hongyu Gong and Paco Guzman, WikiMatrix: Mining 135M Parallel Sentences in 1620 Language Pairs from Wikipedia arXiv, July 11 2019.
[8] Holger Schwenk, Guillaume Wenzek, Sergey Edunov, Edouard Grave and Armand Joulin CCMatrix: Mining Billions of High-Quality Parallel Sentences on the WEB
[9] Paul-Ambroise Duquenne, Hongyu Gong, Holger Schwenk, Multimodal and Multilingual Embeddings for Large-Scale Speech Mining, NeurIPS 2021, pages 15748-15761.
[10] Kevin Heffernan, Onur Celebi, and Holger Schwenk, Bitext Mining Using Distilled Sentence Representations for Low-Resource Languages
- Downloads last month
- 9